Boraanii fi intalli isaa deemsaaf bahanii jiru.
Boran e sua figlia fanno una passeggiata.
Gara kaaffee tokkoo dhufanii, seenan.
Arrivano in un bar ed entrano.
Kaaffee keessatti keessummeessaan minjaala tokko isaanitti agarsiisa.
Al bar, il cameriere indica loro un tavolo.
Intalli isaa soodaa ajajje.
Sua figlia ordina una soda.
Keessummeessaan ajaja isaanii fida.
Il cameriere porta il loro ordine.
Soodaa sana gara koochootti dhangalaasa.
Versa la soda in un bicchiere.
Boraan buna isaa keessatti sukkaara buuse.
Boran mette lo zucchero nel suo caffè.
Innis buna sana ni sochoose.
E lo gira.
Boraan waraqaa kaffaltii gaafate.
Boran chiede il conto.
Keessummeessaaf kaffaltii kaffale.
Paga il cameriere.
Boraanii fi intalli isaa kaaffee sana keessaa ba’an.
Boran e sua figlia escono dal bar.