Jalqaba, haraadhaan lafa haxaawa.
Först sopar han golvet med en sopkvast.
Sana booda qulqulleessa. Qulqulleessituun akka gaariitti hojjeta.
Därefter dammsuger han. Dammsugaren rengör bra.
Sana booda baaldii bishaanii fi miiccuu tokko fidata.
Sedan hämtar han en hink med vatten och en mopp.
Baaldii haraan itti gatamu sana duwwaa godhee boorsaa haaraa keessa kaa’a.
Han tömmer sophinken och sätter i en ny påse.
Guwaantii harkaa, ispoonjii fi qulqulleessituu tokko tokko isabarbaachisa.
Han behöver handskar, en svamp och rengöringsmedel.
Bakka xuraa’aa lafa jiru ispoonjii fi qulqulleessituu tokko tokkoon ni dhiqa.
Han skrubbar bort en smutsfläck på golvet med svampen och lite rengöringsmedel.
Sana booda foddaa qulqulleessa.
Därefter tvättar han fönstret.
Kutaan jireenyaa isaa baayyee waliin-dha’amaa dha.
Hans vardagsrum är väldigt stökigt.
Inni ni qulqulleessa. Amma bareedaa fi qulqulluu ta’eera.
Han ställer iordning. Nu är det fint och rent.