“Kun sirriidhaa?”
“Eeyyee.”
“Är det här rätt?”
“Ja.”
“Kun sirriidhaa?”
“Lakki.”
“Är det här rätt?”
“Nej.”
“Si gargaaruu nan danda’aa?”
“Kan jag hjälpa dig?”
“Maaloo, na gargaaruu dandeessaa?”
“Eeyyee kaa!”
“Kan du hjälpa mig, snälla?”
“Ja, självklart!”
“Maaloo, sana argachuu nan danda’aa?”
“Eeyyee kaa!”
“Kan jag få det där, snälla?”
“Ja, självklart!”