“Akkam, ani Kamaadha.”
“Si waliin wal arguu kootiif gammadeera, Kamaa.”
“Salut, je suis Kama.”
“Enchanté, Kama.”
Bilbilli bilbilamaa jira.
Le téléphone sonne.
“Maaloo seeni.”
“Rentrez s’il vous plaît.”
“Dhiifama, maaloo.”
“Excusez-moi, s’il vous plaît.”
“Yeroo tokko, maaloo.”
“Un instant, s’il vous plaît.”
“Kun Aliidha.”
“Tun Le’ilaadha.”
“C’est Ali.”
“C’est Leila.”