Inni piizaa nyaachaa jira. Mi’aawaa dha.
He is eating pizza. It is tasty.
Lukkuu nyaachaa jirti. Mi’aawaa dha.
She is eating chicken. It is spicy.
Inni guyyaa guyyaan ruuzii nyaata.
He eats rice every day.
Foon hin nyaattu. Isheen vejeteeriyanii dha.
She does not eat meat. She is a vegetarian.
Ocholoonii hin nyaatu. Isaaf alarjii qaba.
He does not eat peanuts. He is allergic to them.
Nyaata bilcheessaa jiru. Urgaa gaarii qaba!
They are cooking. It smells good!